Jeremiah 7:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Yeremia, gumi tanaa inkad'atiini. Worraa jette boote Waaqa inkad'atiini; worraa jette na insobatiini, anini si inch'aqasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ermiyaas! ani si hin dhagayuu waan banii kanaatiif na hin kadhatin, waan isaanii hin kadhatin, hin faateffatinille'e; isaanii fi ana jidduu seentee waan isaaniitiif hin dhaabatin, waan isaaniitiif dhaabachuu si hin barbaachisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Ermiyaas, ani waan si'iif hin dhageenneef, kolbaa tanaaf hin daadimatin; marroo isaaniitiif na woliin hin falmin yookiin waan tokkolle na hin gaafatin yookiin na hin daadimatin.