Jeremiah 7:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan worri kunini dira Yudatifi kara Yerusalemu keesati tolchu ingartu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana irra waan isaan karaa Yerusaalemiitii fi waan qachoota Yihuuda'aa keessatti godhan maraa hin laaltuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachoota Yihuda'aatii fi karaa Yerusaalemii irratti waan isaan hujiisatti jiranu, ati hin dhaggituu?