Jeremiah 7:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami worri wo tolchu jira d'uguma ana? Hiyo, worri ufuma wo tolche ufi ch'eersu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanaan na aarsan isaanitti fakkaataa? salphinna ufitti fidanii uf miidhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka isaan aarsanu anaa? Isaan ifuma miidhanee, fokkoo ifi irratti fidan.