Jeremiah 7:2 — Compare Translations

1 translations compared side by side

Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Karra Galma Mootii Waan Maraa dura dhaabbadhuutii, ‹Mootii Waan Maraa waaqonfatiisaaf, karra tanaan worri seentanu kolbaan Yihuda'aa marti jecha Mootii Waan Maraa dhage'a'a!› jedhii ergaa tana lallabi.