Jeremiah 7:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini, AABBO Waaqi guddaani, dallansuuni mana kana balleese, namaafi saale, mukhaafi mid'aanile, gube balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani Rabbi Gooftaan hulee manni woyyuun kiyya itti ijaarame kana irratti lola kiyya jabaa namaa fi horii, mukkiinii fi midhaanillee uduu hin hafne irratti jissa, lolli kiyya ibidda eennullee dhaamsuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Ani aari'ii fi mufii tiyya addee tana irratti, namaa fi bineensota irratti, muka badda'aatii fi midhaan ficha'aa irratti hin dhangalaasa; isiin hin bobeetti; hin dhaantulle'e› jedha.