Jeremiah 7:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaafa duri lafa Misiri keesaa ababoota teesani baase, waan sorio gubanitifi sorio d'ibile seera womatu worraa inkennine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa abboota teessan ta durii biyya Misiriitii baase, waan ciincaa ciincawuutii fi waan biraa womaa isaan hin ajanye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani abbootii teessan ta durii biyya Gibxi'ii keessaa yennaa baase, waan woreega ciinca'aatii fi ciincaa dhibi'ii womaa isaanitti hin dubbanne yookiin ajajalle isaaniif hin kennine.