Jeremiah 7:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo seera kana kenneefi: Dubbi tiyya guuta, duuba anini Waaqa keesani tahe, isani gumi tiyya taatani. Kara anini isani garsiise gula deema, duuba wonti ch'ufti isanii tolti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu akka ani Waaqa isaanii ta'ee isaan akka banii kiyya ta'anii naa ajajaman callaa isaanitti hime; wonti maruu akka isaanii qajeelu yoo barbaadan seera ani isaanii kenneen akka jiraatan isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo naaf ajajama'a! Anille Waaqa keessan isiniif hin te'a; isinille kolbaa tiyya hin teetan; akka isinii milkoottuuf, karaa ani isin ajaju mara deema'a!› jedhee isaan ajajeera.