Jeremiah 7:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda ya waan hamtu na durati tolche, worri waaqa isaani ka harkaani boch'ani, ka anini jibbu, mana kiyya keesa kaye akasiini t'ureese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baniin biyya Yihuuda'aa waan hamaa hojjataniiran, kunillee waaqolee tolfamaa ani jibbu mana woyyuu kiyya keessa galchanii mana kiyya batteessaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Kolbaan Yihuda'aa fuula kiyya duratti waan hantuu hujjeerti. Isaan waaqa dharaa batticha, addee maqaan kiyya itti waamamu, Galma kiyya keessa keyanee, Galma kiyya batteesaneeran.