Jeremiah 7:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi eegad'a, guyyaani ind'ufa ka deebiani Tofethi yokhaani Bale Hinomu deebiani injenne, ammo bale goraasu jed'aniini. Worri achiti nama awaala, wonti akanatiifi fullaani iti nama awaalani d'ibiini injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu maqaan hulee sanii dhooqa Beenheenoomii yookaan Toofeeti jedhamuun hafee hennaan Dhooqa qalmaa jedhamu hin dhufa; huleen awwaalaa ka biraa waan hin jirreef dhoondhi sun hulee banii itti awwaalan ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, haga addeen dhabantutti, nama du'e Toofet keessatti waan awwaalanuuf, haganaa achi maqaan addee sanii, «Dhooqa itti qalamanu» jedhama malee, «Toofet» yookiin «Dhooqa ilma Hiinomii» barri hin jedhanne hin dhufa.