Jeremiah 7:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dira Yudatifi kara Yerusalemu keesa, qonqo gammadaatifi ta qilit'ama, yokhaani gammada guyya fuud'a balleese, lafale duwa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafti ona taati; karaa Yerusaalemiitii fi qachoota biyya Yihuuda'aa maraa keessatti sirbi cidhaa, laagaan gammachu'uutii fi ka burraaqu'uu sirima akka hin dhagayamne godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti waan ontuuf, ani qoonqoo gammadaatii fi ililleetti'ii, qoonqoo waajibichaatii fi waajibitti'ii qachaa Yihuda'aatii fi karaa Yerusaalemii keessaa hin balleessa.