Jeremiah 7:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Finna keesa jirtani kana jijirad'a, waan tau jirtani kanale lakisa. Woli indabsina, waan dansaa woli tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«San irra hujii keessanii fi haala jireenna keessanii jijjiiraa'a; jaalala fayyaalummaa uf keessaa qabduun wol qabadha'aa jiraadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Karaa keessanii fi hujii teessan dhugumaan yoo haareffattane, wol woliif haqa yoo hujjane,