Jeremiah 7:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama gosa teesani intahinifi ilmaani hiyyeetifi nad'eeni hiyyeeyi indabsina. Nama woma iyyakini inijeesiina; Waaqa d'ibile inkad'atiina, wonti sunini isani balleesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isinitti galee isin keessa jiraatu, ijoollee abba'aa fi haati jalaa du'an, dubartoota abbaan worraa isaanii irraa du'e saamu'uun hin miidhinaa'a; namoota qulqulluu biyya tana keessa jiraatan dabaan hin ajjeesinaa'a; akka hin banneef waaqolee tolfamaa sobaatii hin sagadinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nama alaga'aa fi ijoollee abbaa hin qanne, haadha hiyyeessaalle yoo cunqursuu dhaddane, addee tanatti dhiiga nama yakkaa hin qannee yoo dhangalaasuu dhaddane, waaqota dhibii gula deemiisaan yoo ifi miidhu dhaddane,