Jeremiah 8:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni lafele hayyootatifi ta jaarole Yudatifi qaaloleetifi ta raagootatifi ta nama Yerusalemu keesati galu ch'ufa awaala keesaa alaati guurani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Bara san lafee mootota biyya Yihuuda'aa, lafee worra baallii qabanii, lafee gadootaa, lafee raattotaatii fi lafee namoota Yerusaalemiin keessa jiraataniillee awwaala keessaa guuranii bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Mootiin Waan Maraa, «Yennaa san lafee moototaa fi qondaaltota Yihuda'aa, lafee hayyootaatii fi raagotaa, lafee kolbaa Yerusaalemiille boolla awwaalaa keessaa hin baasan.