Jeremiah 8:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini oobru worraatifi nad'eeni worraale nama d'ibii kenna. Nami ch'ufti, diqaafi guddaleeni; kara ch'ubbutini beese horata. Raagootafi qaaloleeni biyya sobde balleesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani qonna isaanii maraa namoota biraatiif kenna; haadha manaa isaanii akka dhiirti biraa jalaa fuutu taasisa; isaan gudda'aa haga diqqa'aa, raattota, gadootaa fi baniin maruu uduu hin hafne bu'aa ufiitiif jedhanii soba'aa saaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani Mootiin Waan Maraa niitota isaanii namoota dhibi'iif hin kenna. Fichaa isaaniille ormaaf hin kenna. Diqqaa irraa kaasee haga guddaa isaaniititti, marti isaanii bu'aa isaanii hin malleef joljolan; raagotii fi hayyooti akkasuma marti isaanii nama soban.