Jeremiah 8:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi tiyya, isani waan waan hamtu kana taatanifi inch'eertani? Hiyo, isani diqole inch'eere, fuuli keesanileeni diqole ingolgolomne! Tanaafi akuma nami duri bade, isanileeni baddani. Gaafa anini isani gaargalchu, muummeeni teesani suni. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kiyya! hennaa waan nama jibbisiisu kanniin maraa gootan saalfattanii beettuu? saalfachuu dhiisa'aatii ijumaa gad hin qabanne; kanaafuu akkuma kuuwwan kufan isinillee hin kuftan; adabbiin ani isin adabu dhuma keessan ta'a; waan kana ana Rabbitu dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan battii yennaa hujanu fokkifataneeraniiyyuu? Waawwo'o ijjumaa hin fokkifanne; isaan attam akka salphatanu hin beekanu; Tanaaf worra jige oddu'utti hin jigan; yennaa ani isaan adabulle hin salphatan.