Jeremiah 8:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi keenna dira Dani yayu seene; nu hafuura farda isaani ya d'ageenne. Hojja fardi worraa imimsu lafti ch'ufti inchochooti. Nyaapi keenna d'ufe, lafa teenna ch'ufafi waan keesa jiru ch'ufafi dira keennafi nama keesa taule ch'ufa balleesu fed'a,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni teenna dhufanii qachaa Daanii gayaniiran; hirphi kottee faradoo isaaniillee hin dhagayama; hennaa faradoon isaanii himimsan lafti hin sochooti; wonti diintonni teenna dhufaniif bani'ii fi waan qachoota keessa jiru maraa balleessu'uuf»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fooqqisiisi fardoo diinotaa biyya Daanii irraa dhage'ame; yennaa isaan himimmisanu latti marti tachoote. Isaan lafaa fi waan isii keessa jiru mara qacha'aa fi worra isii keessa le'anu liqinsiisaaf dhufane» jetti.