Jeremiah 8:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla sila wolti guurani awaalani, lafeeni sunini akuma huura ufimaa lafa ch'iifti, aduufi jiaafi urji worri kunini jaalate hojate gula yae kad'atu durati afani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni kunniin hennaa lubbu'uun jiran aduu, ji'aa fi urjii waan waaqeffata'aa isaaniillee waan sagada'aa turaniif lafee isaanii hin awwaalan; akkuma fisha'aatitti raasa'atti gatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafeen sun aduu, ji'aa fi urjoota ol-gubba'aa, worra dur jaalatane, worra dur tajaajilane, worra dur hordofane, worra dur gorsa irraa fudhatanee fi worra dur waaqonfatane mara duratti hin xeeraman malee wolitti hin qabamanu yookiin hin awwaalamanu; ammoo akka cego'oo lafatti hin gataman.