Jeremiah 8:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro gumi tiyya madeesanifi, garaani kiyyaleeni ya madae; anini ya bohe ufi jibbaad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan baniin kiyya gaddeef anillee gaddee sodaata'aa booya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya waan miidhanteef anille miidhameera; ani bowe, sodaadheelle bowe.