Jeremiah 8:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qorsi Gileadi keesa injiru? Ch'ireeyyini achi injirtu? Gumi tiyya maanifi infayyisini re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Gala'aadii keessa qorichii akka dhadha'aa dibatan hin jiruu? worri nama yaalan achi keessa hin jiranii? eeganaa wonti baniin kiyya hin fayyineef maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giil'aad keessa qorsi dibatanu hin jiruu? Cidheessi achi hin jiruu? Madaan kolbaa tiyyaa maaf hin fayyine ree?