Jeremiah 8:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gochiti hamtuni tunini, nami hafu ka lafa anini iti firfirse keesa qubatu, jireenna ira dua jaalata. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin dhaloota hamaa kana irraa hafanii fi baniin hulee ani itti isaan bittinneesse jiraatan jireenna caalaa du'a filatan» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa hantuu tana keessaa worri jiru'uun hafe marti addee ani isaan ari'e maratti jiruu irra du'a hin filatan» jedha.