Jeremiah 8:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Waan atini gumi tiyyaani jettu, nami yo jige inkau? Nami yo kara iraa gore iti indeebiu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi bani'itti akkana jedhii himi naan jedhe, «Ka kufe hin ka'uu? ka karaa bade hin deebi'uu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Mootiin Waan Maraa: Nami yoo jige, deebi'ee hin ka'uu ree? Nami karaa irraa yoo gore, kara'atti hin deebi'uu ree?