Jeremiah 8:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gumiini tiyya maafi naraa gortani, nati deebiu diddani re? Isani waan d'ara jabeesitani nati deebiu diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa isin baniin kiyya maaf gara kiyya deebi'uu diddanii akkuma na irraa fagaattaniin haftan? maaf gara waaqa tolfama'aa deebitan? maaf gara kiyya deebi'uu diddan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tun maaf gara duubaa deebiti ree? Maaf Yerusaalem yennaa mara gara duubaa deebiti ree? Isaan soba jabeessanee qabataneeran; isaan deebi'iisa didaneeran.