Jeremiah 8:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka dansaa ch'aqase, ammo isani d'uga indubbanne, nami tokoleeni isani keesa ka ch'ubbu ufi iraa deebiti yokhaani anini maani yake? jed'e injiru. Nami ch'ufti karuma ufi deema, akuma farda duulaa ka aka male oriu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani seeraan isin jalaa caqase; isin garuu dhugaa hin dubbanne, isin keessaa namni hujii hamaa ufiitiif gaabbe tokkollee hin jiru; namni yakki ani hojjadhe maali'i? jedhee yaade hin jiru; isin maruu akkuma farda lolaa garuma feetan fiiddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani miidhassee isaan caqaseera; isaan ammoo waan sirrii te'e hin dubbatanu. Eennulle: Ani maan hujeera jedhee, hammeenna ifii irraa ka deebi'u hin jiru; akka farda lolaaf qophowe tokkoo tokko tokkoon isaanii karaa ifii fiigan.