Jeremiah 8:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Baboaloonaleeni woga deebiu imbeekha; sabaliisaafi worrabatafi hagayyoleeni hojja godaanuu malte imbeeti. Ammo gumi tiyya, isani seera anini isaniini fidu imbeetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Allaattiin samii irra barartuu hennaa ufii itti deebitu beetti handariin, laakkamaa fi cuquliifni hennaa itti waa jalaa baqatan hin beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qongaanuu yennaa ifii beeka; Saphaliisi, risa'aa fi cuquliis yennaa itti godaananu hin beekan. Kolbaan tiyya ammoo seera kiyya hin beettu.