Jeremiah 9:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e, Gaareenifi, lafa horini oolule imboha, wonti akanatiifi isiini ya gogodde, nama keesa deemule d'abde. Marra looni keesati ind'agayani, simpirreefi bineensileeni yayu keesa baqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akkana jedhe, «Gaarraniif hin gadda; waan lafa raasa'aatiifillee hin booya; waan maruu ona ta'ee wonti irra jiraatu hin jirreef, laagaan hori'ii lamuu hin dhagayamu; allaattiin samii irra bararanii fi busaawaan lafa irra jiraatan maruu dheessanii badaniiran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaarotii fi addeen horiin dheedu ontee, namille keessa waan hin ideenneef, madhi hori'ii achi keessa waan hin jirreef, allaatti'ii fi bineensoti achi keessaa waan baqataneef, ani wiiccifadhee isaaniif hin bowa.