Jeremiah 9:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini Yerusalemu balleese ona sareni diidaa iti galtu tolcha; diri Yuda ch'ufti gamooji fulla nami injirre taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, Yerusaalemiin diigee tuulaa kosi'ii godha; hulee jeedallan keessa fiiddu taati; qachoota biyya Yihuuda'aallee ona womaa keessa hin jiraanne taasisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Yerusaalem tuulaa bututaa, addee jeedalti keessa leetu hin godha; qachoota Yihuda'aalle ona ka nami keessa hin leene hin godha» jedha.