Jeremiah 9:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Wonti woni kunini taateefi waan gumiini tiyya anaafi barsiisa anini worraa kenne lakifteefi. Worri naa insaalfanne, yokhaani seera kiyyale inguunne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedhee deebise, «Sababaan wonti kunniin maruu ta'eef waan baniin kiyya seera ani itti kenne dhiisaniif; isaan naa hin ajajamne waan ani isaanitti hime maraa hin raawwanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa deebisee, «Seera ani isaaniif kenne lakkisanee, naaf waan hin ajajaminiif yookiin akka seera kiyyaatitti waan hin ideeminiif tun teete.