Jeremiah 9:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla suni worri mata jabaate waan harkaani boch'ani, ka Baali jed'ani, kad'ate, barsiisa abbooti worraa gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana godhuu irra morkatanii fakii waaqa tolfama'aatii akkaataa abboonni isaanii isaan barsiisaniin sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mata-jabeeyyii te'anee, akka fedhii ifii ideemiisaan akkuma abbootiin isaanii ta durii isaan barsiitte, waaqota dharaa Ba'aal waaqonfatane.