Jeremiah 9:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi duuba waan anini, AABBO Waaqi guddaani, Waaqi Israeli, tolchu ch'aqasa: Anini gumi tiyya mukha had'aa nyaachise bisaani had'ao obaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani Rabbi Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii waan godhu isinitti hima; Ani banii kana wonti isaan nyaatan akka hadhaayu; bisaan isaan dhuganillee akka bisaan summiin keessa jiruu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, ani Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, Waaqi Israa'elii, kolbaa tana sagalee hadhoottuu hin nyaachisa; bisaan hadhaa qabu hin obaasa.