Jeremiah 9:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gosa worraafi abbootini worraleeni takaa ind'agayini keesati worra firfirse, duula iti kaase, lafa iraa worra hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanii fi abboota isaanii ta duriillee banii isaan hin beenne keessa bittinneessa; guraade'een isaan ari'ee isaan balleessa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gosa biyya adda addaa ta isaan yookiin ta abbootiin isaanii ta durii hin beenne oddu'utti isaan hin bittinneessa; haga isaan balleessutti shallaaga'aan isaan hin ari'a» jedha.