Jeremiah 9:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, Me, waan taha kana herega! Worra bohu gayaama, nad'eeni faaru boha d'aatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa akkana jedha, «Mee ammallee yaadadhaa'a; worra booyu hulee tokkotti wolitti qabaa'a; dubartoota faarsa'aa boochisanillee waamaa'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Amma, marroo waan kanaa yaadadha'a! Dubartoota faaruu awwaalaa faarsitu waansisa'a. Isaan keessaa worra boochisiisaan beekkamanetti erga'a.