Jeremiah 9:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti waan jette, Worri ha arifate d'ufe, faaru boha nuu d'auti, haga imimaani ila teenna guutani, rifeensa ilale ch'ufa jiisaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniinillee akkana jedhan, «Haga imimmaan ija keessa nu maree jigee boqoo keenna irra yaa'utti, worri nama boochisan akka faarsa'aa boochisan dafa'aa isaanitti himaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaaniin, ‹Ila teenna keessaa imimmaan haga dhangalaatutti, gaara ila teennaa jalaa bisaan haga burqutti ariiti'iin kowa'aatii nu boochisa'a› jedha'a.