Jeremiah 9:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqo nama Sioni keesa bohu ch'aqasa, ta teete nu ya banne! Ya guddo nu ch'eersani! Nu lafa teenna keesa godaanu male, maneeni teenna ya ch'ach'absani jettu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tsiyooniin keessatti laagaa «badu'uuf taanaa nu hobbaas! nu sirimaa salphanneerra! manniin keenna waan diiggamaniif nu biyya teenna gad dhiifnee badu'uuf taana jedha'aa booyan dhagayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoon bowichaa, ‹Nuuti ijjumaa banne! Nuuti ijjumaa salphanne! Manni keenna waan diigameef, lafa teenna lakkinnee deemuu qanna› ta jettu Xiyoon keessaa hin dhage'anti» jedha.