Jeremiah 9:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato sila anini lafa gamooji keesa fulla bulu qaabad'e, aka anini gumi tiyya iraa fagaad'u, akami gammada! Worri ch'ufti nama d'uga gula iyyaane, ka dabse nama balleesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya worra hin amanamnee fi worra nama soban waan ta'aniif, isaan irraa fooyamee hulee bulti'ii ka worra karaa deemtu'uu argadhee lafa gammoojji'ii keessa uduu bulee silaa hin gammada!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya gaarayyeeffattootaa fi gumii hin addatanne waan teeteef, ani isaan lakkisee, irraa fagaadhee deemee goomolee keessatti addee keessummooti bultu adoo qabaadhee hin fedha.