Jeremiah 9:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Reefi worraa ka fulla ch'ufa ch'iisu kosi oobruti naqani fakaata. Yokhaani mid'aani murani lafati d'abbani fakaata, ka nami wolti guuru injirre. Tuni ch'ufti waan AABBOONI Waaqi jed'i naani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Reeffi namaa akkuma fishaa gataniititti hulee marattuu bittinnaayeera; akkuma namni hennaa midhaan haamu qarmii jige deebi'ee hin guurree ta'eera; wonti Rabbi akka ani dubbadhu na ajaje kana.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kolbaa tanatti dubbadha'aatii, «Mootiin Waan Maraa, ‹Reeffi namaa akka cegoo diidatti gatanee, akka woxoo worra midhaan haamu irraa hattee, ka nami wolitti qabu hin jirree hin te'a› jedha» jedha'a.