Jeremiah 9:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kooru fed'u ch'ufti ha waan na beekhe na hubatufi kooruti; anini d'ugaafi qaajeeluma tolcha. Woni na gammachiisa kana. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni tokko yoo dhaadatuu barbaachise akka ani Waaqa ta'e lafa irratti araara, murtii qajeela'aa fi ka dhuga'aa ka kennu ana akka ta'e hubatee haa dhaadatuu; wonti na gammachiisu kana; ani Rabbi waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami ifi jaju, ani Mootiin Waan Maraa lafa irratti jaalala bara baraa, haqaa fi balchummaa akka mudhisu hubatiisaa fi beekiisaan ifi jajuu ti; ani waan kanatti gammada» jedha.