Jeremiah 9:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka anini worra gosa Misiritiifi ka Yudatifi ka Edomutifi ka Amonitifi ka Moabutifi worra lafa gamooji ka mata ufi gababse ch'iratu gaargalchu. Worri kunini ch'ufti aada gula qabanqaba qabata, ammo waan aadaani suni malteefi inguunne. Worra kanafi worri Israeli tokoleeni wold'aqisa kiyya injabeesine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Hennaan ani worra maqamaaf gadooman adabu hin dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Worra maqaa calla'aaf haqanqabaa qabate mara guyyaan adabu hin dhufa;