Jeremiah 9:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri worra afaani gorani ka arabi isaani yo ch'ufa d'ara dubbatu. Fulla d'uga d'arati lafa mohata. AABBO Waaqi waan jed'u, Gumiini tiyya guyya ch'ufa woluma gula ch'ubbu tolchite, ammalle aka anini Waaqa worraa inhereddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa maraa arraba ufiitiin worra soba dubbachu'uuf qophaayan; kanaaf sobni lafa irratti baay'ate. Rabbi akkana jedha, «Baniin kiyya cubbuu tokko irraa gara cubbuu biraa deeman; akka ani Waaqa ta'e beekanii na hin kabajjine.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Isaan dhara dubbatiisaaf, akka guube'ee arraba ifii qopheeffatan; isaan lafa tana irratti hammeenna irratti hammeenna dabalatan malee, dhuga'atti hin jabaatanu; analle hin beekanu.