Jeremiah 9:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti jaala ufi sobe, tokoleeni d'uga wolti indubbatu; worri araba ufi d'ara barsiise, ch'ubbu gula yae iraa deebiu dide. Worri waan hamtu guyya ch'ufa woluma gula tolche guyya ch'ufa woli soba. AABBO Waaqi waan jed'u, gumiini tiyya ya na didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maruu hiriyyaa ufii gowwoomsu'uun dogoggorsa; ka dhugaa dubbatu hin jiru; arrabni isaanii soba dubbachuu akka baratan isaan taasiseera; cubbuu hojjachu'uuf uf dadhabsiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalli jaala ifii hin soba; dhugaa ka dubbatu hin jiru. Isaan arraba ifii soba dubbatiisa barsiisaneeran; cubbuu hujiisaan ifi dadhassiisaneeran.