Jeremiah 9:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Gumi tiyya aka sibiila basse qulqulleese ilaalad'a. Gumiini tiyya yayu waan hamtu tolchite — wonti d'ibiini anini worra tolchu maani re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf Rabbi Gooftaan banii maraa, «Banii kiyya qulqulleessu'uuf akka sibiilaa bassee isaan qora, baniin kiyya hammeenna akkanaa kana waan raawwateef isaan adabuu malee waan biraa maal godha?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Kunoo, ani akka sibiilaa baqisiisee, kolbaa tiyya haga hin ilaala; sababa cubbuu kolbaa tiyyaatiif, waan dhibii maan godhuu dande'a ree?