Job 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo atini waan inni qabu ch'ufa harka keetiini iraa fuute, mala keeti inni si inabaaru?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu harka kee diriirsitee waan inni qabu maraa uduu jalaa balleessitee; dhugamaan inni addaatama si arrabsa» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Me harka keeti diriirsiitii waan inni qabu mara balleessi; inni iluma teeti duratti si hin abaara» jedhe.