Job 1:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi waan Sheet'anani jed'e, yoosi anini amma isa siti lakisa, waan isaa ch'ufa waan feetu tolchi, ammo nafa isaa hanqad'i. Jennaani Sheet'ani kae, AABBO Waaqa biraa deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Seexanaan, «Kunoo wonti inni qabu maruu harka kee keessa jira; isa garuu qubaanuu hin tuqin» jedheen. Kanaan maayessa Seexannillee Rabbiin afo'oo bayee deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Seexanaan, «Guddoo dansa'a; Iyoob quballe'een hin tuqin malee, waan inni qabu mara akka feete godhuu dandeetta» jedhe. Achiin duuba Seexanni Mootii Waan Maraa duraa bayee deeme.