Job 1:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa Seeba d'ufe, tassa nu had'e, hori nuraa fud'ate, ana male hojattu tante ch'ufa fit'e. Nami fiige ka oduuni si d'ufe anuma ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Saaba'aa dhufanii balaa buusanii waan maraa saamanii fudhatan; garboota tee maraa guraade'een fixan; ana calla'atu dheessee waan ta'e sitti himu'uuf dhufe»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dedhuma namooti Sheeba'aa isaan lolanee, tajaajiltoota shallaaga'aan ijjeesanee, horii dannabanee deemane; na qofattuu jalaa bayee, tana sitti himiisaaf dhufe» jedhe.