Job 1:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni tae dubbatu, nami d'ibiini qonqooni d'ufe waan jed'e, Qaweeni Waaqa ya reefi nama isi tissule ch'ufa ira buute hobaafte nami fiige, ka odu sunini si d'ufe, anuma ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma inni kana hima'aaru ka biraa dhufee akkana jedheen «ibiddi Rabbii samii irraa bu'ee hoolotaa fi worra tisse'eellee gubee fixe, ani callaan waan hafeef kana sitti himu'uuf dhufe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo ergamaan sun dubbatiisatti jiruu, ergamaan dhibiin dhufee, «Mandiisuun buutee hoole'ee fi tajaajiltoota teeti fixxe; na qofattuu jalaa bayee, tana sitti himiisaaf dhufe» jedhe.