Job 1:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ayubuni aka male laalefate woya ufii tarsaase, mata haadate, lafaani ufi d'ae waan jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanniin amaraan maayessa Iyyoob gadda'aa lafaa ka'ee woyaa uffateeru tarsaase; mataa ufii hin haadate; lafatti kufee sagadee akkana jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Iyoob ol ka'ee gaddaan woyaa ifii tarsaasee, mataa haadatee, lafatti gad gombifamee sagadee,