Job 1:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qulluma d'alad'e gaafa duulle qulluma dua. Waan kanale Abbuma Waaqati naa kenne, ammalle isumati fud'ate, maqa isaa ha faarsani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«qullaa garaa haadha tiyyaa keessaa bayeera; qullama gara biyye'ee deebi'a; Rabbi naa kenne; Rabbi hin fudhate maqaan Rabbii haa eebbifamu!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani qullaa gadhaa haadha tiyyaatii dhaladhe. Yoo du'ulle qullaa tiyya deebi'ee deema. Mootiin Waan Maraa kenne; inninuu fudhate. Maqaan isaa leellifamuu ti!» jedhe.