Job 1:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato wonti kunini ch'ufti isaati d'uftele, Ayubuni Waaqa haalate isaati inch'ubbamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana maraan Iyyoob Rabbiin hin yakkine; Rabbitti dubbii hamaa hin dubbanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana duudii keessatti Iyoob cubbuu hin hunye; Waaqa irralle'etti hantuu hin dubbanne.