Job 1:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani malaikaani AABBO Waaqaa durati mullattu geennaani, Sheet'anileeni worra woliini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaaf tokko akkana ta'e, Maleekkonni Rabbii afoo Rabbii dhaabachu'uuf dhufan. Seexannillee dhufee jidduu isaanii dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko ergantooti Waaqaa, Mootii Waan Maraa dura yennaa dhikaatane, Seexannille isaan woliin dhikaate.