Job 1:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Sheet'anani jed'e, Isii, abbo, atini eesaa d'ufte? Sheet'ani waan jed'eeni, Anini lafuma tana keesa oli gadi mara, ato maru armaani bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee Seexanaan «garamii dhufte?» jedheen. Seexannillee «ardii maraa keessa asii fi achi naannayee isii keessa deddeeme» jedhee Rabbii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ati eessaa dhutte?» jedhee, Seexana gaafate. Seexanni deebisee, «Lafa irra asii fi achi, olii fi gad deddeebi'aa ture» jedhe.