Job 1:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Atini aka hojattuuni tiyya Ayubuni nama d'uga qajeela Waaqa sodaate waan hamtu lagatu agarte? Lafa keesa nami aka isa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Seexanaan «Garbichuma kiyya Iyyoobiin argitee? lafa irra namni akka isaa qajeela'aa fi mudaa irraa fagaate fayyaalessi Rabbiin sodaatu ka hamaa irraa fagaate hin jiru.» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Seexanaan, «Tajaajilaa kiyya Iyoob hubattee? Biyya lafaa irra nami akka isaa tokkolle hin jiru; inni nama komii hin qanne, nama qajeelaa, nama ana Waaqa sodaatuu fi hantuu irraa ka fagaate» jedhe.